Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 7A

Saboota Yerusaalemiin Marsanii Jiran

Dh.K.D. n. 650-300

Saboota Yerusaalemiin Marsanii Jiran

DURAA DUUBA YEROO (BAROONNI HUNDI DH.K.D. DHA)

  1. 620: Baabilon Yerusaalemiin bulchuu jalqabde

    Nebukadnezaar mootii Yerusaalem gibira kaffalchiisuu jalqabe

  2. 617: Baabilon Yerusaalem keessaa namoota jalqabaa fudhatte

    Bulchitoonni, loltoonni jajjaboonii fi namoonni ogeeyyii harkaa taʼan gara Baabilonitti geeffaman

  3. 607: Baabilon Yerusaalemiin balleessite

    Magaalattiinii fi manni qulqullummaa ishii ni barbadeeffaman

  4. 607 booda: Xiiros, ishii lafa irraa

    Nebukadnezaar waggoota 13f Xiiros irratti haleellaa bane. Xiiros ishii lafa irra kan injifate yeroo taʼu ishiin odola irraa garuu hin injifatamne

  5. 602: Amoonii fi Moʼaab

    Nebukadnezaar Amoonii fi Moʼaabiin weerare

  6. 588: Baabilon Gibxiin injifatte

    Nebukadnezaar bara bulchiinsa isaa waggaa 37⁠ffaatti Gibxiin weerare

  7. 332: Xiiros, ishii odola irraa

    Loltoonni Giriikii Aleeksaandar Guddichaan hoogganaman magaalaa Xiiros ishii odola irra jirtu balleessan

  8. 332 ykn isa dura: Filisxeem

    Aleeksaandar Gaazaa ishii magaalaa guddoo Filisxeem taate injifate

Iddoowwan Kaarticha Irratti Mulʼatan

  • GIRIIKII

  • GALAANA GUDDAA

  • (GALAANA MEDITIRAANIYAA)

  • XIIROS

  • Siidoon

  • Xiiros

  • Samaariyaa

  • Yerusaalem

  • Gaazaa

  • FILISXEEM

  • GIBXII

  • BAABILON

  • AMOON

  • MOʼAAB

  • EDOOM