Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 12A

Uleewwan Lamaan Walitti Qabsiisuu

Uleewwan Lamaan Walitti Qabsiisuu

Yihowaan, Hisqiʼel ulee tokko irratti ‘Yihudaadhaaf,’ isa kan biraa irratti immoo “Yoseefiif, ulee Efreem” jedhee akka barreessu ajajeera.

‘Yihudaadhaaf’

BARA DURIITTI

Mootummaa Yihudaa gosa lamaanii

BARA KEENYATTI

Dibamtoota

“Yoseefiif, ulee Efreem”

BARA DURIITTI

Mootummaa Israaʼel gosa kurnanii

BARA KEENYATTI

Hoolota kan biroo

‘harka kee keessatti ulee tokko ni taʼu’

BARA DURIITTI

Dh.K.D. bara 537⁠tti Waaqeffattoonni dhugaan saboota keessaa deebiʼanii, Yerusaalemiin deebisanii ijaaruudhaan saba tokko taʼanii waaqeffachuu jalqaban.

BARA KEENYATTI

Bara 1919 irraa jalqabee sabni Waaqayyoo suutuma suuta deebiʼanii gurmaaʼaniiru, akkasumas tokko taʼanii tajaajiluuf “tuuta tokko” taʼaniiru.