SAANDUQA 10A
Waaqeffannaa Qulqulluun Suutuma Suuta Iddootti Deebiʼe
-
“Sagalee sokoksu”
Wiiliyaam Tiindalii fi namoonni kaan Kitaaba Qulqulluu gara Afaan Ingiliffaattii fi afaanota kan birootti hiikan
-
‘Ribuu fi foon’
Chaarlis Teez Raasilii fi michoonni isaa dhugaa Kitaaba Qulqulluu iddootti deebisan
-
“Isaanis gara jireenyaatti deebiʼanii miila isaaniitiin dhaabbachuu jalqaban”
Bara 1919tti sabni Yihowaa ‘deebiʼanii lubbuudhaan jiraachuu’ erga jalqabanii booda hojii lallabaa finiinsaniiru