Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 11A

Waardiyyoota Fakkeenya Taʼan Tokko Tokko

Waardiyyoota Fakkeenya Taʼan Tokko Tokko

Waardiyyoonni kun mormiin isaan irra gaʼeera, amanamoo taʼanii jiraataniiru, akkasumas ergaa akeekkachiisaa fi misiraachoo labsaniiru.

ISRAAʼEL DURII

  • Isaayyaas Dh.K.D. bara 778–n. 732

  • Ermiyaas Dh.K.D. bara 647–580

  • Hisqiʼel Dh.K.D. bara 613–n. 591

JAARRAA JALQABAA

  • Yohaannis Cuuphaa Dh.K.B. bara 29–32

  • Yesuus Dh.K.B. bara 29–33

  • Phaawulos Dh.K.B. n. bara 34–n. 65

BARA KEENYA

  • Chaarlis Teez Raasilii fi Michoota Isaa n. bara 1879-1919

  • Garbicha Amanamaa bara 1919 Hanga Ammaatti