Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 5A

“Yaa Ilma Namaa, Kana ni Argitaa?”

“Yaa Ilma Namaa, Kana ni Argitaa?”

Wantoota jibbisiisoo Hisqiʼel mana qulqullummaa fi mooraa mana qulqullummaa keessatti arge afur. (His. 8:5-16)

1. MALLATTOO WAAQA TOLFAMAA HINAAFFAA

2. JAARSOLII 70 WAAQOLII SOBAATIIF IXAANA AARSAN

3. “DUBARTOOTA . . . WAAQA TAAMUUZ JEDHAMUUF BOOʼAN”

4. DHIIROTA ‘ADUUDHAAF SAGADAN’ 25