Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

SAANDUQA 9A

Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Bara Duriitti

Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Bara Duriitti
  • 1. Waaqeffannaa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa bilisa taʼe

  • 2. Biyya misoomtuutti deebiʼuu

  • 3. Aarsaawwan fudhatama qaban Yihowaadhaaf dhiheessuu

  • 4. Dhiironni amanamoon dursa fudhatanii akka geggeessan gochuu

  • 5. Mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti tokkummaadhaan waaqeffachuu