Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Cimoo Taʼaa!

Cimoo Taʼaa!

IYAASUU 1:9

GANAMA

  • 3:40 Muuziqaa

  • 3:50 Faarfannaa Lakk. 38 fi Kadhannaa

  • 4:00 Yihowaan Madda “Humnaa fi Jabina” Keenyaa Ti

  • 4:15 Cimoo Taʼaa—Amantii Keessan Guddifadhaa

  • 4:30 Cimoo Taʼaa—Hinaaffaadhaan Lallabaa, Barsiisaa, Akkasumas Leenjisaa

  • 4:55 Faarfannaa Lakk. 7 fi Beeksisa

  • 5:05 Dadhabina Isaanii Irraa Humna Akka Qabaatan Godhamaniiru!

  • 5:35 Haasaa Cuuphaa

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 79

WAAREE BOODA

  • 7:20 Muuziqaa

  • 7:30 Faarfannaa Lakk. 102

  • 7:35 Muuxannoo

  • 7:45 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:15 Simpooziyemii: Cimoo Taʼaa—Ol Aantummaa Yihowaa Deggeraa

    • Dargaggummaa Keessanitti

    • Gaaʼela Keessan Keessatti

  • 8:45 Faarfannaa Lakk. 126 fi Beeksisa

  • 8:55 “Amantiitti Cimaa Dhaabadhaa, . . . Jaboo Taʼaa”

  • 9:55 Faarfannaa Lakk. 2 fi Kadhannaa