Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa
  1. Humnaa fi jabina argachuuf gara eenyuu ilaaluu qabna? (Iya. 1:9; Far. 68:35)

  2. Amantii cimaa guddifachuu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti? (Ibr. 11:6)

  3. Hojii Yihowaan nu kenne irratti milkaaʼina akka argannu mirkanaaʼoo taʼuu kan dandeenyu maaliifi? (Hag. 2:4-9)

  4. Yommuu rakkinni cimaan nu mudatu Yihowaan kan nu cimsu akkamitti? (Far. 18:6, 30; Qol. 4:10, 11)

  5. Dargaggoonnii fi hiriyoonni gaaʼelaa ol aantummaa Yihowaa deggeruuf maaltu isaan gargaara? (Mat. 22:37, 39)

  6. ‘Amantiitti cimnee dhaabachuu fi jaboo taʼuu’ kan dandeenyu akkamitti? (1 Qor. 16:13; Rom. 15:5; Ibr. 5:11–6:1; 12:16, 17)