Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argachuuf Carraaqaa
Yihowaan ija jabina akka nuuf kennu amanannaadhaan isa gaafachuu kan dandeenyu maaliifi? (Far. 138:3, NW)
Akkuma tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo taʼan bara durii ija jabeeyyii taʼuu kan dandeenyu akkamitti? (HoE. 4:31)
Tajaajila irratti akkuma taʼetti ija jabina argachuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Tas. 2:2)
Yommuu dhiibbaan nu irra gaʼu wanti ija jabinaan tarkaanfii fudhachuuf nu dandeessisu maali dha? (1 Phe. 2:21-23)
Ija jabinni Kiristiyaanota taʼuudhaan argisiisnu badhaasa akkamii nuuf argamsiisa? (Ibr. 10:35)