Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ija Jabina Qabaadhaa!

Ija Jabina Qabaadhaa!

FAARFANNAA 138:3, NW

GANAMA

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 73 fi Kadhannaa

  • 3:50 Yihowaan Ija Jabina Akka Qabaannu Nu Gargaara

  • 4:05 Simpooziyemii: Akkuma Tajaajiltoota Yihowaa Bara Durii Ija Jabina Qabaadhaa:

    • Henook

    • Musee

    • Yoshaafaax

    • Pheexiros

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 69 fi Beeksisa

  • 5:15 Tajaajila Irratti Akkuma Taʼetti Ija Jabina Qabaachuu

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 48

WAAREE BOODA

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 63 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Waaqeffannaa Dhugaa Cinaa Dhaabadhaa

  • 8:00 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 76 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Ija Jabina Yesuus Hordofaa Yommuu . . .

    • Miseensota Maatii Keessan Irraa Dhiibbaan Isin Irra Gaʼu

    • Mana Barumsaatti Dhiibbaan Isin Irra Gaʼu

    • Bakka Hojiitti Dhiibbaan Isin Irra Gaʼu

    • Hawaasa Keessatti Dhiibbaan Isin Irra Gaʼu

  • 9:40 Ija Jabinni Argisiistan ‘Badhaasa Guddaa Isiniif Argamsiisa’

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 119 fi Kadhannaa