Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. Jaalala Waaqayyoof qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Kes. 13:3, 4; 1 Yoh. 5:3)

  2. Obboloota keenya jaallachuu kan qabnu maaliifi? (1 Yoh. 4:11, 20, 21)

  3. Nama akka ofii keenyaatti akka jaallannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Lew. 19:18; Efe. 5:29)

  4. Jaalala argisiisuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Phe. 4:8; Qol. 3:13)

  5. Yihowaa jajachuu irratti milkaaʼina argachuu kan dandeenyu akkamitti? (Far. 104:33; 146:2, 5)

  6. Garaa keenya guutuudhaan Yihowaa jaallachuu jechuun maal jechuu dha? (Bau. 34:14; Amo. 5:15; Rom. 12:11)