Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa

Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa

KEESSA DEEBII 13:3

GANAMA

  • 3:40 Muuziqaa

  • 3:50 Faarfannaa Lakk. 109 fi Kadhannaa

  • 4:00 “Waaqayyoon Jaallachuu Jechuun Ajajawwan Isaa Eeguu Dha”

  • 4:15 Yihowaa Jaallachuu Jechuun Obboleessa Keessan Jaallachuu Jechuu Dha

  • 4:30 ‘Nama Akka Ofii Keessaniitti Jaalladhaa’

  • 4:55 Faarfannaa Lakk. 82 fi Beeksisa

  • 5:05 “Jaalalli Cubbuu Hedduu ni Haguuga”

  • 5:35 Haasaa Cuuphaa

  • 6:05 Faarfannaa Lakk. 50

WAAREE BOODA

  • 7:20 Muuziqaa

  • 7:30 Faarfannaa Lakk. 62

  • 7:35 Muuxannoo

  • 7:45 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:15 Simpooziyemii: Jireenya Keessan Guutuu Yihowaa Jajadhaa

    • Ijoolleen

    • Dargaggoonni

    • Gaʼeessonni

  • 9:00 Faarfannaa Lakk. 10 fi Beeksisa

  • 9:10 Garaa Keessan Guutuudhaan Yihowaa Jaalladhaa

  • 9:55 Faarfannaa Lakk. 37 fi Kadhannaa