Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. Jaalalli beekumsa irra guddaa kan caalu akkamitti? (1 Qor. 8:1)

  2. Akkuma tajaajiltoonni Waaqayyoo bara duriitti godhanii turan gumii ijaaruu kan dandeenyu akkamitti? (Rom. 13:8)

  3. Namoota tajaajila irratti argannuuf of kennuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Tas. 2:7, 8)

  4. Guddina obbolummaa Kiristiyaanaa keenyaaf gumaacha gochuu kan dandeenyu akkamitti? (Efe. 4:1-3, 11-16; 1 Tas. 5:11)

  5. Wanta hojjennu hunda jaalalaan hojjechuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Qor. 16:14)