Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

“Jaalalli . . . Nama Ijaara”

“Jaalalli . . . Nama Ijaara”

1 QORONTOS 8:1

GANAMA

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 90 fi Kadhannaa

  • 3:50 “Beekumsi Nama Bokoksa, Jaalalli Garuu Nama Ijaara”

  • 4:05 Simpooziyemii: Warra Kaan Ijaaraniiru

    • Barnaabaas

    • Phaawulos

    • Dorqaa

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 79 fi Beeksisa

  • 5:15 Tajaajila Irratti Misiraachoo Lallabuu Caalaa Wanta Dabalataa Godhaa

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 52

WAAREE BOODA

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 107 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Jaalalli Onnee Irraa Madde Dhugaa ni Deeggara—Akkamitti?

  • 8:00 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 101 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Guddina Qaamichaatiif Gumaacha Godhaa

    • Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Jaallachuudhaan

    • Ogummaa Ajajawwan Waaqayyoo Deeggaruudhaan

    • Obboloota Keessan Ijaaruudhaan

  • 9:40 “Wanta Hojjettan Hunda Jaalalaan Hojjedhaa”

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 105 fi Kadhannaa