Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:
  1. 1. Qophiiwwan sadan Yihowaan gammachuu nuuf argamsiisuuf godhe kam faʼi? (Far. 32:1-10)

  2. 2. Yeroo ammaatti gammachuu argachuu kan dandeenyu akkamitti? (Far. 5:11, 12; 91:14)

  3. 3. Haalawwan rakkisoon kan jiran taʼus tajaajila irraa gammachuu argachuu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti? (HoE. 13:50-52; Rom. 5:3-5)

  4. 4. ‘Baʼaan akka nutti hin ulfaannee fi gammachuu keenya akka hin dhabne gochuu kan dandeenyu akkamitti? (Luq. 21:34)

  5. 5. Yihowaan kan nu gammachiisu akkamitti? (Far. 92:4, 5)

  6. 6. Yeroo hunda Yihowaa of dura kaaʼuu kan dandeenyu akkamitti? (Rom. 1:20; Kes. 6:6-9; Filp. 4:6; Far. 16:3)