Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  1. 1. Tajaajiltoota Yihowaa taʼuu keenyaan mirgawwan akkamii arganneerra? (Fak. 27:11, NW)

  2. 2. Fakkeenya Yesuus hordofuu fi Garaa Yihowaa gammachiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Yoh. 8:29)

  3. 3. Tajaajila keenyaan garaa Yihowaa gammachiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Yoh. 15:8)

  4. 4. Guutummaa jireenya keenyaatiin Yihowaa gammachiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Yoh. 14:31; Efe. 6:1-4; Far. 35:18; 1 Phe. 2:12)

  5. 5. Rakkina, abdii kutachuu fi qorumsa, milkaaʼinaan dandamachuu kan dandeenyu akkamitti? (Nah. 8:10)