Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Garaa Yihowaa Gammachiisaa!

Garaa Yihowaa Gammachiisaa!

Fakkeenya 27:11, NW

GANAMA

  • 3:30 Muuziqaa

  • 3:40 Faarfannaa Lakk. 29 fi Kadhannaa

  • 3:50 Garaa Yihowaa Gammachiisaa!

  • 4:05 Simpooziyemii: Amaloota Yihowaa Arfan Argisiisaa

    • • Haqa

    • • Itti Fayyadama Aangoo

    • • Ogummaa

    • • Jaalala

  • 5:05 Faarfannaa Lakk. 81 fi Beeksisa

  • 5:15 ‘Firii Hedduu Godhachuudhaan’ Waaqayyoof Ulfina Argamsiisaa

  • 5:30 Haasaa Cuuphaa

  • 6:00 Faarfannaa Lakk. 49

WAAREE BOODA

  • 7:10 Muuziqaa

  • 7:20 Faarfannaa Lakk. 28 fi Kadhannaa

  • 7:30 Haasaa Sabaa Kitaaba Qulqulluu Irratti Hundaaʼe: Waaqayyoon Gammachiisuu ni Dandeessu!—Akkamitti?

  • 8:00 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 8:30 Faarfannaa Lakk. 35 fi Beeksisa

  • 8:40 Simpooziyemii: Yihowaa Gammachiisaa . . .

    • • Jireenya Keessaniin

    • • Maatii Keessan Keessatti

    • • Gumii Keessan Keessatti

    • • Hawaasa Keessan Keessatti

  • 9:40 “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”

  • 10:15 Faarfannaa Lakk. 110 fi Kadhannaa