Baafata Fakkeenyotaa
Lakkoofsonni boqonnaa argisiisu.
abbaa kennuuf fedhii qabu 35
bakka hunda irra caalu filachuu 83
bookee calalu, gaala liqimsu 109
bulchaa amanamaa 78
bulchaa jalʼaa taʼe 87
buʼuura manaa 35
callee booyyee duratti gatuu 35
callee gatii guddaa qabu 43
cidha gaaʼelaa mootiin qopheesse 107
dinaaree hojjettootaaf kaffalame 97
diraakmaa argame 85
diraakmaa bade 85
dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi abbaa seeraa 94
durboota kudhan 112
firii sanaaficaa, amantii 89
firii sanaaficaa, Mootummaa 43
firii qamadii duutee ija godhattu 103
gaalli qaawwa lilmoo keessa hulluuquu 96
gamoo ijaaruu 84
garbicha amanamaa fi ogeessa 111
garbicha bakka hojiitii galu 89
garbicha dhiifama gochuu dide 64
garboota yeroo gooftaan isaanii itti deebiʼu eegan 78
hafuurota hamoo bakka turanitti deebiʼan 42
hiyyeeyyii cidha irratti afeeruu 83
hojjettoota maasii wayinii keessa hojjetan 97
hoolaa badde 63
hoolotaa fi reʼoota 114
hordaa qabachuu 65
huuba ija obboleessaa keessa jiru 35
ijoollee bakka gabaa 39
ijoollee gara maasii wayiniitti ergaman lama 106
ilma badee argame 86
ilma badee ture 86
karra dhiphaa 35
kiyyoo 43
lukkuu cuucota ishii walitti qabdu 110
mana qarsaa irratti ijaarame 35
michuu irra deddeebiʼee kadhate 74
miinaa 100
mootii liqii hedduu dhiise 64
mootii lola deemuuf jedhu 84
muka harbuu 79
muka wayinii isa dhugaa 120
nama sanyii erga facaasee booda rafu 43
nama sanyii facaasu 43
namicha qaraxa sassaabuu fi Fariisii 94
namicha Samaariyaa 73
namicha sooressaa fi Alaazaar 88
namicha sooressa gootaraawwan ijaare 77
namoota afeerraa fudhachuu didan 83
namoota liqii fudhatan lama 40
qaawwa lilmoo 96
qabeenya guddaa maasii keessa dhokfame 43
qamadii fi inkirdaada 43
qonnaan bultoota hamoo 106
qonnaan bultoota ilma abbaa qabeenyaa ajjeesan 106
raacitii daakuutti makame 43
raacitii Fariisotaa 58
sanyii biyyoo garaa garaa irra buʼe 43
simbirrootaa fi abaaboowwan 35
soogidda lafaa 35
taalaantii 113
Tiksee Gaarii 80
uffata moofaa irratti erbee haaraa hodhuu 28
warra namoota qaban 22
wayinii haaraa, qalqalloo moofaa 28