Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Qola Duubaa

Qola Duubaa

Isaayyaas 40:11 Yihowaa ilaalchisee, “Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa. Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba, qoma isaattis isaan ni baata” jedha. Ilmoo hoolaa tikseen ishii qoma isaatti ishii baate tokko yommuu argitu, atis Abbaa kee isa samii wajjin walitti dhufeenya akkasii qabaachuuf hin hawwituu? Haa taʼu malee, Yihowaatti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?