Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 3

“Garaan Isaa Ogeessa”

“Garaan Isaa Ogeessa”

Ogummaa dhugaan, qabeenya guddaa barbaaduu qabdu keessaa isa tokko dha. Maddi ogummaa kanaa Yihowaa qofa dha. Kutaa kan keessatti ogummaa Yihowaa isa daangaa hin qabne gadi fageenyaan qoranna. Iyyoob inni nama amanamaa taʼe Yihowaan “garaan isaa ogeessa” jedheera.—Iyyoob 9:4.

KUTAA KANA KEESSATTI

BOQONNAA 17

“Ogummaan . . . Waaqayyoo Akkam Gad Fagoo Dha!”

Ogummaan Waaqayyoo beekumsaa fi hubannaa isaa irra illee kan caalu maaliifi?

BOQONNAA 18

Ogummaa “Dubbii Waaqayyoo” Keessa Jiru

Waaqayyo yaada isaa kitaaba irratti barreessuuf namoota kan fayyadame maaliifi? Wantoonni tokko tokko kan itti dabalaman ykn kan irraa hirʼifaman hoo maaliifi?

BOQONNAA 19

“Ogummaa Waaqayyoo Isa Iccitii Qulqulluu Keessa Jiru”

Iccitii qulqulluun Waaqayyo sadarkaa sadarkaadhaan ibse maali dha?

BOQONNAA 20

“Garaan Isaa Ogeessa”—Taʼus Gad Of Qaba

Gooftaan uumama cufaa kan gad of qabu akkamitti?

BOQONNAA 21

Yesuus “Ogummaa Waaqayyo Biraa . . . Dhufe” Mulʼiseera

Kitaabni Qulqulluun qabxiiwwan ogummaa Waaqayyoo horachuuf nu gargaaran afur qabateera.

BOQONNAA 22

‘Ogummaa Ol Gubbaadhaa Dhufuun’ Jiraachaa Jirtaa?

Kitaabni Qulqulluun qabxiiwwan ogummaa Waaqayyoo horachuuf nu gargaaran afur qabateera.