Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Humni Naaf Kennameera

Humni Naaf Kennameera

Buufadhu:

  1. 1. Yaa Yihowaa, yaa Waaqa koo

    Na dhiphise yaaddoof rakkoon.

    Gargaarsa keetiif sin kadhadha

    yaa uumaa koo

    Garaa naa laafi.

    (CEESISA)

    Sin kadha

    Hafuura keetiin na cimsi.

    (BUUSAA)

    Gargaarsa keetiinan

    Ol kaʼee barrisa anoo kunoo.

    Akka riisaa qoochoo diriirsee,

    Oluma nan baʼa, nan dandaʼa,

    Humni naaf kennameera.

  2. 2. Naaf taateetta irree jabaa,

    Warra kaanis ittiinan ol qaba.

    Yommuus isaan jaalala keef,

    kunuunsa kee ni hubatu.

    (CEESISA)

    Sin kadha

    Hafuura keetiin na cimsi.

    (BUUSAA)

    Gargaarsa keetiinan

    Ol kaʼee barrisa anoo kunoo.

    Akka riisaa qoochoo diriirsee,

    Oluma nan baʼa, nan dandaʼa,

    Humni naaf kennameera.

    (BUUSAA)

    Gargaarsa keetiinan

    Ol kaʼee barrisa anoo kunoo.

    Akka riisaa qoochoo diriirsee,

    Oluma nan baʼa, nan dandaʼa,

    Humni naaf kennameera,

    Humni naaf kennameera,

    Humni naaf kennameera.