Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 14

Mootii Lafaa Isa Haaraa Jajadhaa

Mootii Lafaa Isa Haaraa Jajadhaa

(Faarfannaa 2:12)

  1. 1. Namoonnʼ hedduun sanyiif qomoo

    hedduurraa dhufaniiru,

    Kiristoosiif dibamtoonni

    isaan sassaabaa jiru.

    Mootummichi dhalateera;

    Fedhiinsaa haa taʼu jenna.

    Abdiin kun bakka guddaa qaba,

    Gammachuuf jabina kenna.

    (BUUSAA)

    Yihowaa jajadhaa; Ilmasaa jajadhaa

    Tokko taanee isa faarsina.

    Mootii moototaaf Gooftaa gooftotaa

    Wal taanee harka fuuna.

  2. 2. Mootii keenya bulchaa jiru

    gammachuudhaan jajanna.

    Angafa Nagaa, Abbaa Seeraa fi

    Fayyisaa keenya.

    Gammachuu guddaa argina:

    Sodaarraa bilisa taana;

    Warra duʼaa kaʼan simanna.

    Gammachuu addaa qabaanna!

    (BUUSAA)

    Yihowaa jajadhaa; Ilmasaa jajadhaa

    Tokko taanee isa faarsina.

    Mootii moototaaf Gooftaa gooftotaa

    Wal taanee harka fuuna.

(Dabalataan, Far. 2:6; 45:1; Isa. 9:6; Yoh. 6:40 ilaali.)