Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 157

Nagaa Barabaraa!

Nagaa Barabaraa!

(Faarfannaa 29:11)

  1. 1. Akkuma gaaddisa

    Gammoojjii keessaa,

    Nagaa qaba sabni Waaqaa.

    Qabna amantii,

    Waan gaarii argina

    Rakkoowwan keenyaan

    gammatti.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    argata.

  2. 2. Addunyaa haaraatti,

    Tokko taʼa

    Maatiin samiirraaf lafarraa.

    Nagaa arginee

    Hin beekne qabaanna

    Haqaaf jaalalaan marfamna.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    argata.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    Argata,

    Argata!

(Dabalataan Fr. 72:1-7; Isa. 2:4; Rom. 16:20 ilaali.)