Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 27

Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo

Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo

(Roomaa 8:19)

  1. 1. Waaqni dhiheenyat’ mulʼisa

    Warra filataman.

    Ni taʼu ilmaan hafuuraa,

    Yesuus wajjin bulchan.

    (BUUSAA)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristoosii wajjin.

    Isa faana injifatu;

    Badhaasa argatu.

  2. 2. Dhiheenyatti ni waamamu

    Dibamtoonni hafan.

    Hunda walitti ni qaba

    Mootiin moototaa kun.

    (BUUSAA)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristoosii wajjin.

    Isa faana injifatu;

    Badhaasa argatu.

    (CEESISA)

    Yesuus wajjin taʼuun banuu,

    Lola ʼsa xumuraa.

    Gaaʼellisaanii fi Yesuus

    Bara baraaf tura.

    (BUUSAA)

    Ilmaan Waaqaa ni mulʼatu

    Kiristoosii wajjin.

    Isa faana injifatu;

    Badhaasa argatu.