Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kan Galateeffattu Taʼi

Kan Galateeffattu Taʼi

Buufadhu:

  1. Ayyoo, Abbaa,

    Waanan isin jaalladhuuf

    Kaardii kana qopheesseera,

    Isin anaaf addadha.

    Maatii keessan qoqopheessuuf

    Ganama bariidhaan kaatu.

    Sababiin galateeffadhu

    Ani dubbadhee hin fixu.

    Karaa Yihowaarra

    Deemuu na barsiistu,

    Gochaa fi Dubbiidhaan

    Fakkeenya naa taatu.

    Warra koo,

    Baayʼeen isin jaalla.

    Isin qabaachuu kootiif.

    Yihowaan galateeffadha.