Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ariʼatama Dandamatanii Dhaabbachuu

Ariʼatama Dandamatanii Dhaabbachuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa, biyyoota hedduu keessatti mormiin isaanirra gaʼus, Waaqa isaaniif amanamoo taʼaniiru. Gama kanaan, obboloonni keenya Naazii Jarmanii fi Tokkummaa Sooviyeet keessa jiraatan fakkeenya akkamii akka nuuf taʼan ilaali.