Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Sababan Itti Amane—Jaalalli Jalʼina Haqaa ni Injifata

Sababan Itti Amane—Jaalalli Jalʼina Haqaa ni Injifata

Waadaawwan Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman, Alwaandee fi Eemaan ergaa faayidaa barabaraa isaaniif argamsiisu namootatti himuuf akka isaan kakaasanii fi yeroo ammaatti namoota kaanii wajjin tokkummaadhaan jiraachaa kan jiran akkamitti akka taʼe ibsaniiru.