Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Beeksisa Kitaaba Ruut

Beeksisa Kitaaba Ruut

Yihowaan dubartoota nama jaallatan duʼan dhaban lama akkamitti akka kiise dubbisi. Isaanis haadha takkaa fi haadha manaa ilma ishii yeroo taʼan Jaalala amanamaa waan argisiisaniif kiifamaniiru.