Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture

Daaniʼel maatii isaa irraa fagaatee kan ture yeroo taʼu, abdii Yihowaa irratti qabu eeggatee jiraachuuf yommuu carraaqutti amantiinii fi amanamummaan isaa qorameera.

Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture—Kutaa 1

Daaniʼel maatii isaa irraa fagaatee jira, magaalaan isaas baddeetti; maarree Waaqa isaa Yihowaatti dhihaatee ni jiraataa?

Daaniʼel Jireenya Isaa Guutuu Nama Amantii Ture—Kutaa 2

Mootummaan humna guddaa qabu tokko ni kaʼe; Daaniʼel diinonni kan biroon isa mudatan. Amantiin isaa isa kanaan duraa caalaa ni qorame.