Dhimma ijoo ta'etti seeni

Daawit—Waaqayyootti Amanameera

Daawit Waaqayyootti amanameera. Haalawwan rakkisoon isa mudatan humnaa ol yeroo fakkaatanitti illee Waaqa dhugaa tajaajiluu isaa matumaa dhiisee hin beeku. Yihowaan amanamaa taʼuu isaatiif Daawitiin kan eebbise akkamitti akka taʼee fi nutis fakkeenya gaarii Daawit nuu kaaʼe yoo hordofne eebba akkamii akka argannu ilaali.

 

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

GILGAALAWWAN FAKKII

Daawit Maqaa Waaqayyootiin Dhufe

Mucaan keessan hiika maqaan Waaqayyoo qabu akka baratu gargaaraa.

GILGAALAWWAN FAKKII

Daawit Meeshaa Waraanaa Muraasa Qabatee Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhate

Namoota Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamanii fi wantoota isaanii wajjin wal qabatan walitti firoomsi.