Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

QOʼANNAA 14

Qabxiiwwan Guguddaa Adda Baasuu

Qabxiiwwan Guguddaa Adda Baasuu

Odeeffannoo dabarsuu, amansiisuu moo hojiidhaaf kakaasuu barbaaddu? Qabxiiwwan guguddaan barsiisuuf filattan ykn duraa duubni ittiin dhiheessitan kaayyoo keessan galmaan gaʼuuf isin gargaara.