Haadha Manaa Loox Yaadadhaa

Akeekkachiisni Yesuus gara waggoota 2,000 dura kenne amma yeroo kam iyyuu caalaa barbaachisaa dha. Biraayanii fi Gilooriyaan balaa Yesuus akeekkachiise irraa maatii isaaniitiif eegumsa gochuu akkamitti akka baratan qalbeeffadhaa.

Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 1

Maatiin Kiristiyaanaa yeroo ammaatti jiru Waaqayyoof amanamaa taʼuu fi qabeenya hordofuuf dhamaʼuutti hiramuu kan dandaʼu akkamitti?

Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa 2

Ilaalcha hafuuraa keenya jaamsuu fi ejjennoo hafuuraa fi naamusaa keenya akka laaffisnu gochuu kan dandaʼu maali dha?

Haadha Manaa Loox Yaadadhaa—Kutaa  3

Yesuus seenaa isaanii kan dubbate barumsa akka nuuf taʼuufi. Dhumni ishii akkas taʼuu hin qabu ture. Dhumni keenyas akkas taʼuu hin qabnu.