Dhimma ijoo ta'etti seeni

“Yaa Yihowaa, . . . Ani Sin Amanadha”

Hisqiyaas dhiibbaa gama hundaan isa irra gaʼe dandamatee, murtoo amantii fi amanamummaa irratti hundaaʼe gochuudhaan sabichaa fi namoota harʼa Yihowaa tajaajilaniif fakkeenya kan taʼe akkamitti akka taʼe ilaali.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu

Waaqayyo Hisqiyaas Mooticha Gargaare

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Fakkeenya Namoota Yihowaa Wajjin Michummaa Cimaa Qabanii Hordofaa

Ruut, Hisqiyaasii fi Maariyaam Waaqayyoo wajjin michummaa cimaa uumuu kan dandaʼan akkamitti?