Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”
Nahimiyaan hojii dallaawwan Yerusaalem deebisanii ijaaruu fi waaqeffannaa qulqulluu isa kan Yihowaa bakkatti deebisuu irratti shoora guddaa taphateera.
Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 1
Nahimiyaa mormiin garaa garaa isa mudatus dallaawwan Yerusaalem deebisee ijaareera.
Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 2
Dallichi ijaaramee xumurameera; garuu Nahimiyaan sabichi deebiʼee karaa hafuuraa akka cimu gargaaruu ni dandaʼaa laata?