Nahimiyaa: “Gammachuun Yihowaa Jabina Keessani”—Kutaa 1
Nahimiyaan dallaawwan magaalaa Yihowaa ishii guddoo ijaaruuf hojii mana mootummaa Shushaan keessatti raawwatu dhiisee deemeera. Haa taʼu malee, haalli rakkisaan isa mudate ijaarsa guddaa taʼe kana raawwachuu qofa hin turre. Wanti hojii kana raawwachuuf isa barbaachisu kadhannaa fi ija jabina qofa turee?