Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MICHOOTA YIHOWAA IRRAA BARADHU

Abeel

Abeel

Gilgaala kanatti fayyadamuudhaan Abeel isa michuu Yihowaa taʼerraa baradhu.

Warri, ijoollee keessanii wajjin Uumama 4:2-5 fi Ibroota 11:4 dubbisaatii irratti mariʼadhaa.

Gilgaala kana buufadhaatii piriintii godhadhaa.

Fakkiiwwan fuula jalqabaarra jiran kutii baasi, achiis qajeelfama kennametti fayyadamuudhaan bakka duwwaa fuula lammaffaa irra jirurra galchi. Wantoota kana yommuu wal faana hojjettanitti, gaaffiiwwan viidiyoo irratti kaʼaniif deebii kennaa. Gilgaalota kanaan dura akkasitti hojjette qabda taanaan, walitti fidachuudhaan kitaaba godhi.