Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

MICHOOTA YIHOWAA IRRAA BARADHU

Ermiyaas

Ermiyaas

Gilgaala kanatti fayyadamuudhaan, Ermiyaas isa michuu Yihowaa taʼerraa baradhu.

Warri, Ermiyaas 1:6-8 dubbisaatii ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

Gilgaala kana buufadhaatii Piriinti godhadhaa.

Fakkiiwwan fuula jalqabaarra jiran kutii baasi, achiis qajeelfama kennametti fayyadamuudhaan bakka duwwaa fuula lammaffaa irra jirurra galchi. Wantoota kana yommuu wal faana hojjettanitti, gaaffiiwwan viidiyoo irratti kaʼaniif deebii kennaa. Gilgaalota kanaan dura akkasitti hojjette qabda taanaan, walitti fidachuudhaan kitaaba godhi.