MUDDEE 25, 2020
ODUU ADDUNYAA MARAA
Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2020 Lakk. 9
Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko yeroo weerarri dhibee itti fufee jiru kanatti of eeggannoo gochuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliif akka taʼee fi kooviid 19 irraa akkamitti of eeguu akka dandeenyu ibsa kenna. Muuxannoowwan faayidaa kanaa addeessan lamas ni dhihaatu.