Dhimma ijoo ta'etti seeni

MUDDEE 17, 2021
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 10

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 10

Miseensi Qaama Ol Aanaa tokko weerara dhibee wajjin haala walqabateen odeeffannoo haaraa dhiheessa. Kana malees muuxannoowwan yeroo weerara dhibee kanatti yeroo keenya akka gaariitti itti fayyadamuuf nu gargaaran nuuf hira.