Dhimma ijoo ta'etti seeni

ADOOLESSA 16, 2021
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 6

Gabaasa Qaama Ol Aanaa 2021 Lakk. 6

Viidiyoo kanarratti miseensi Qaama Ol Aanaa tokko Yihowaan akka isaan jaalatuu fi akka isaan deeggaru ibsuudhaan maanguddoota jajjabeessa. Akkasumas viidiyoon kun waaʼee hojiiwwan ijaarsaa yeroo weerarri vaayirasii jiru kanatti hojjetaman tokko tokkoo ni ibsa.