Dhimma ijoo ta'etti seeni

MUDDEE 15, 2023
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2023 Lakk. 8

Gabaasa Qaama Olaanaa 2023 Lakk. 8

Akkaataa itti uffannuu fi akkaataa itti of miidhagsinu yeroo filannutti akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe, akkasumas gumii keessa tokkummaan akka jiraatu gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baradhu.