Dhimma ijoo ta'etti seeni

HAGAYYA 2, 2024
ODUU ADDUNYAA MARAA

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 5

Gabaasa Qaama Olaanaa 2024 Lakk. 5

Gabaasa kana keessatti, rakkoowwan ilmaan namootaatiif furmaata dhugaa kan fidu Mootummaa Waaqayyoo qofa akka taʼetti ilaaluu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.