Dhimma ijoo ta'etti seeni

BITOOTESSA 5, 2020
ODUU ADDUNYAA MARAA

Obboleessi Keenya Artam Geraasimoov Mana Murtii Kiriimiyaatti Dhihaatee Qarshiidhaan Adabame

Obboleessi Keenya Artam Geraasimoov Mana Murtii Kiriimiyaatti Dhihaatee Qarshiidhaan Adabame

Bitootessa 3, 2020⁠tti Manni Murtii Magaalaa Yaaltaa Riippuublikii Kiriimiyaa keessatti argamu obboleessa keenya Artam Geraasimoovitti murteesseera. Kan hin hidhamne ta’us manni murtii kun ruubii 400,000 (tilmaamaan doolaara Ameerikaa 6,000) isatti murteesseera. Murtii kana ilaalchisee ol iyyannoo ni dhiheeffata.