Dhimma ijoo ta'etti seeni

GURAANDHALA 19, 2020
ODUU ADDUNYAA MARAA

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Guutuun Isaa Afaan Mallattoo Ameerikaatiin ni Argama

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Guutuun Isaa Afaan Mallattoo Ameerikaatiin ni Argama

Namoonni gurri isaanii hin dhageenye Kitaaba Qulqulluu Afaan Mallattoo Ameerikaatiin argachuu isaaniitti maaltu akka itti dhagaʼamee fi akkamitti jireenya isaanii akka jijjiire yeroo dubbatan ilaali.