Dhimma ijoo ta'etti seeni

MUDDEE 4, 2020
ERTIRAA

Ertiraan Dhugaa Baatota Yihowaa 28 Mana Hidhaatii Gadhiiste

Ertiraan Dhugaa Baatota Yihowaa 28 Mana Hidhaatii Gadhiiste

Muddee 4, 2020, obboloonni 26 fi obboleettonni 2 sababa amantii isaaniitiif erga hidhamanii booda gadhiifamaniiru. Mana hidhaatti waggaa 5 hanga 26 dabarsaniiru. Hundi isaanii iyyuu Yihowaaf amanamoo taʼuu irratti ejjennoo isaanii hin laaffisne. Obboloonnii fi obboleettonni keenya addunyaa mara jiran jijjiirama kanatti baayʼee gammadaniiru. Obbolootaa fi obboleettota mana hidhaa Ertiraatti hafan 24s yaadatti qabachuu fi isaaniif kadhachuu keenya ittii fufna.—Hojii Ergamootaa 12:5.