Dhimma ijoo ta'etti seeni

EBLA 20, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Adaba Obboleettii Keenya Laariisaa Artemoonoovaa Irratti Murteesse Jijjiire

Manni Murtii Raashiyaa Adaba Obboleettii Keenya Laariisaa Artemoonoovaa Irratti Murteesse Jijjiire

Ebla 20, 2021⁠tti, Manni Murtii koonyaa Biroobijaan inni Naannoo Jeewiish Awutoonoomoos jiru murtii obboleettiin keenya Laariisaa Artemoonoovaa irratti maallaqa ruubilee 10,000 (doolaara Ameerikaa 135) akka adabamtu murteesse jijjiiruudhaan daangaa waggaa lamaa fi walakkaa itti murteesseera. Taʼus, mana hidhaa hin galtu.