Dhimma ijoo ta'etti seeni

ADOOLESSA 16, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Obboleessi Tokkoo fi Obboleettoonni Lama Daangaa Jala Akka Turan Murteesse

Manni Murtii Raashiyaa Obboleessi Tokkoo fi Obboleettoonni Lama Daangaa Jala Akka Turan Murteesse

Manni Murtii Magaalaa Kaarpiinisk himata Obboleessa Aleeksaandar Priyaaniikoov akkasumas Obboleetti Veneeraa fi Daariyaa Duuloovaa irra deebiʼe erga ilaalle booda Adoolessa 15, 2021 daangaan isaanii akka itti fufu murtesse. Obboloonni kun murtii manni murtii dabarse kana irratti ol iyyannoo ni gaafatu. Yeroo kanatti mana hidhaa galuun isaan hin barbaachisu.