Dhimma ijoo ta'etti seeni

CAAMSAA 31, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Dhugaa Baatonni Afur Dhiheessan Fudhachuu Dide

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Dhugaa Baatonni Afur Dhiheessan Fudhachuu Dide

Caamsaa 28, 2021, Manni Murtii Naannoo Oomsikii ol iyyannoo obboleessi Sergee Poolyaakoovii fi haati manaa isaa Aanaastaasiyaa akkasumas Guukhaar Beekteemiroovaa fi Diinaaraa Diyuuseekeeyeevaa dhiheessan fudhachuu dide. Obboleessi Poolyaakoov akkuma hidhametti itti fufa, obboleettonni sadanis mana hidha hanga murtiitti tursiisan keessa akkuma hidhamanitti itti fufu.