Dhimma ijoo ta'etti seeni

AMAJJI 14, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessa Keenya Anaatolii Tookareev Fudhachuu Dide

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessa Keenya Anaatolii Tookareev Fudhachuu Dide

Amajjii 14, 2021⁠tti Manni Murtii Naannoo Kiiroov ol iyyannoo obboleessa keenya Anaatolii Tookareev fudhachuu dide. Kanaafuu, murtiin jalqaba irratti raabilsii 500,000 (doolaara Ameerikaa 6,834) akka adabamu itti murteeffame amma hojii irra ni oola.