Dhimma ijoo ta'etti seeni

Waxabajjii 16, 2021
RAASHIYAA

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessi Keenya Sargee Verkihoturoov Dhiheesse Fudhachuu Dide

Manni Murtii Raashiyaa Ol Iyyannoo Obboleessi Keenya Sargee Verkihoturoov Dhiheesse Fudhachuu Dide

Waxabajjii 16, 2021tti Manni Murtii Naannoo Niizihinii Noovgoorood ol iyyannoo obboleessi keenya Sargee Verkihoturoov dhiheesse fudhachuu dideera. Kanaafuu, daangaan waggaa jaʼaa akkuma itti murteeffametti jira. Taʼus yeroo ammaatti mana hidhaa galuun isa hin barbaachisu.